Use APKPure App
Get Hawaasa Kutaa 8ffaa old version APK for Android
App'n kun gu đờmmatti kitaaba hawaasaa kutaa 8ffaa haaraa maxxanfame
App kana keessatti kan kitaaba hawaasaa keessatti barataan hundaa waan của keessa qabuuf kitaaba keessan bilbilaa keessan keessatti kan fayyadamtanniidha. Kunis immoo yeroo hundaa kitaaban irraanfadhe, kitaaba na jala bade jechuun kan yaadoftaan hin qabdan. Hunduu keessan bilbilaa keessan irratti tola wan gargaramtanniif.
Ứng dụng Isiniis kana namoota biroof hoang dã qooduun akka namni itti fayyadamuu taasisa. App'n kutaan boqonnaa kitaabni qabuu hundaa bifa salphaa ta'een qindeessuun waan dhiyaatef namni arae itti fayyadamuuf baay'ee ni salphata.
Ứng dụng Mata-dureen gurguddoo kanafi kitaaba keessatti ol kaa'amannis akka armaan gadiitti.
Amaloota uummamalafaa
Uummataa fi sochiilee hawaas – dinagdee
Qabeenya uummammafi guddina hawaas- diinagdee
Seenaa addunyaa ammayyaafi bara jalqabbii isaa
Seenaa afrikaa bara 1500mootaa eegalee jiru
Seenaa itoophiyaa bara ammayyaa
Dhimmoota ijoo addunyaa xiyyeeffannoo barbaadan
Nếu bạn có bất cứ ý kiến đóng góp nào, hãy cho tôi biết.
Last updated on Jan 2, 2024
Version 1.5 is packed with improvements:
Bugs have been squashed and performance has been enhanced.
Ads are no longer an annoyance.
The user interface is now more user-friendly.
Được tải lên bởi
Джейран Ким
Yêu cầu Android
Android 5.0+
Báo cáo
Hawaasa Kutaa 8ffaa
1.5 by BeckyTech Co. Ltd
Jan 2, 2024