Ibsaa Jireenyaa simgesi

16.03 by sammubani


Dec 14, 2018

Ibsaa Jireenyaa hakkında

Türkiye

Ibsaa Jireenyaa, insanlığa mutluluğa giden yolu göstermeyi amaçlayan Hayatın Işığıdır.

Makarna duraa Aplikeeshinii kana "Jireenya Badhaatu" dha. Ergasii garaj "Ibsaa Jireenyaa" jijjirame. Aplikeeshinin Ibsaa Jireenyaa websaayiti sammubani.com irraa haala aplikeeshinitiin kan dhufeedha. Jireenya dukkanaa keessaa garajı ifaatti, dhamauu fi raatauu keessaa garajı karaa qajeela irra deemutti namni bahuu barbaade, afaan isaatiin kitaaba ykn barruu dubbisuun furmaata guddaadha. Websaayitiin sammubani.com kana kaayyoo godhachuun waggootaaf tajaajila irra jira. Sammubani.com jireenya keessatti eessarraa ka'anii eessa deemu akka qaban, kaayyoon ilma namaa maal akka ta'e fi dukkana keessaa ifatti akkamitti akka bahan tooftaa fi furmaata sirriitti fayyadamuun aka "Sammubani.com" jechuun kan moggaafameef namoonni haqaaf sammuu ofii akka bananii fi fi arfaiifi. Abbootin ykn namoonni naannoo haqa irra yoo hin jiraatin, wanta isaan irra turan irratti goguun sammuu namaa duucha, haqa akka hin argine nama taasisa. Kanaafu, haqa arguuf sammuu fi ija bani, nama milkaa'u fi gammachuu argatu taatati.

Websaayiti kana gara aplikeeshinitti jijjiruun dubbistootaaf akka salphatu ta’a. Faaydan aplikeeshinin kuni qabu keessaa:

-Barruulee mallattoo ‘Kaydet’ tuquun boodarra “Barruu olkaa’ame” keessaa çevrimdışı dubbisuu

-Peejii Jireenya Badhaatu osoo fesbuuki hin seenin aplikeeshini kana irratt argachuu

-Jecha wayii mataa gubbaa saanduqa “Arama” keessatti barreessun barruu fedhan keessa barbaadu

-Karaa barbaadaniin barruu raabsu (paylaşın gochuu) fi kan biroo

Isin dhageefachuu fi yaada keessan fudhachuuf qophiidha. Wanta itti dabalamuu fi irraa hir’itu yoo jiraate yaada keessan nuun gaha.

Dabalataaf waa'ee fi Instagram Hesabındaki Resim ve Videoları websaayiti

En son sürümde yeni olan 16.03

Last updated on Dec 14, 2018

Converting sammubani.com to app

Çeviri Yükleniyor...

Ek UYGULAMA Bilgileri

En Son Sürüm

Güncelleme Ibsaa Jireenyaa İste 16.03

Yükleyen

بسام حمص

Gereken Android sürümü

Android 4.0.3+

Daha Fazla Göster

Ibsaa Jireenyaa Ekran görüntüleri

Yorum Yükleniyor...
Diller
Diller
Aranıyor...
APKPure'a abone olun
En iyi Android oyunlarının ve uygulamalarının ilk sürümüne, haberlerine ve rehberlerine ilk erişen kişi olun.
Hayır, teşekkürler
Üye olmak
Başarıyla abone oldu!
Şimdi APKPure'ye abone oldunuz.
APKPure'a abone olun
En iyi Android oyunlarının ve uygulamalarının ilk sürümüne, haberlerine ve rehberlerine ilk erişen kişi olun.
Hayır, teşekkürler
Üye olmak
Başarı!
Şimdi bültenimize abone oldunuz.