Ibsaa Jireenyaa icono

16.03 by sammubani


14/12/2018

Acerca del Ibsaa Jireenyaa

Español

Ibsaa Jireenyaa es la Luz de la vida cuyo objetivo es mostrar a la humanidad el camino de la felicidad.

Maqaan duraa Aplikeeshinii kana "Jireenya Badhaatu" dha. Ergasii gara "Ibsaa Jireenyaa" jijjirame. Aplikeeshinin Ibsaa Jireenyaa websaayiti sammubani.com irraa haala aplikeeshinitiin kan dhufeedha. Jireenya dukkanaa keessaa gara ifaatti, dhama’uu fi raata’uu keessaa gara karaa qajeela irra deemutti namni bahuu barbaade, afaan isaatiin kitaaba ykn barruu dubbisuun furmaata guddaadha. Websaayitiin sammubani.com kana kaayyoo godhachuun waggootaaf tajaajila irra jira. Sammubani.com jireenya keessatti eessarraa ka'anii eessa deemu akka qaban, kaayyoon ilma namaa maal akka ta'e fi dukkana keessi ai taqyaii ifatti akkitti akka bahan tooftaa fi furmaata siriitti fami jamau jas va a la habitación. "Sammubani.com" jechuun kan moggaafameef namoonni haqaaf sammuu ofii akka bananii fi ifa arganiifi. Abbootin ykn namoonni naannoo haqa irra yoo hin jiraatin, wanta isaan irra turan irratti goguun sammuu namaa duucha, haqa akka hin argine nama taasisa. Kanaafu, haqa arguuf sammuu fi ija bani, nama milkaa'u fi gammachuu argatu taatati.

Websaayiti kana gara aplikeeshinitti jijjiruun dubbistootaaf akka salphatu ta’a. Faaydan aplikeeshinin kuni qabu keessaa:

-Barruulee mallattoo "Save" tuquun boodarra "Barruu olkaa’ame" keessaa offline dubbisuu

-Peejii Jireenya Badhaatu osoo fesbuuki hin seenin aplikeeshini kana irratt argachuu

-Jecha wayii mataa gubbaa saanduqa “Buscar” keessatti barreessun barruu fedhan keessa barbaadu

-Karaa barbaadaniin barruu raabsu (comparte gochuu) fi kan biroo

Isin dhageefachuu fi yaada keessan fudhachuuf qophiidha. Wanta itti dabalamuu fi irraa hir’itu yoo jiraate yaada keessan nuun gaha.

Dabalataaf waa'ee fi kaayyoo websaayiti kanaa baruuf: https://www.sammubani.com/objective/ daawwadhaa.

Novedades de Última Versión 16.03

Last updated on 14/12/2018

Converting sammubani.com to app

Traductorio...

Información Adicional de Aplicación

Última Versión

Solicitar Ibsaa Jireenyaa Actualización 16.03

Presentado por

بسام حمص

Requisitos

Android 4.0.3+

Mostrar más

Ibsaa Jireenyaa Capturas de pantalla

Comentario Cargando...
Idiomas
Idiomas
Buscando...
Suscríbete a APKPure
Sé el primero en obtener acceso al lanzamiento anticipado, noticias y guías de los mejores juegos y aplicaciones de Android.
No, gracias
Suscribirme
¡Suscrito con éxito!
Ahora estás suscrito a APKPure.
Suscríbete a APKPure
Sé el primero en obtener acceso al lanzamiento anticipado, noticias y guías de los mejores juegos y aplicaciones de Android.
No, gracias
Suscribirme
¡Éxito!
Ya estás suscrito a nuestro boletín electrónico.